Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen deeggartootaa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif  taasisan akka guddisan Gamtaan Afrikaa gaafate

Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Dhaabbileen deeggartootaa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayii fi naannoolee biroo sababa waraanaan miidhamaniif taasisan akka guddisan Gamtaan Afrikaa gaafateera.

Gamtaan Afrikaa mootummaan Ityoophiyaa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif taasifamu si’ataa taasisuuf jecha walitti bu’iinsa dhaabuu dinqisiifateera.

Gamtichi dhimmicha ilaalchisee ibsa baaseen dhaabbileen deeggarsa namoomaa fi qaamolee deeggartootaa Ityoophiyaa bakkeewwan garaagaraatti lammiilee deeggarsi ariifachiisaan barbaachisuuf deeggarsa akka taasisan waamicha dhiyeesseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.