Ambaasaaddaroota Haaraa muudamaniif Masaraa mootummaa biyyaalessatti gaggeessan taasiifamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Ambaasaaddaroota Haaraa biyyoota garaagaraattimuudamaniif Masaraa mootummaa biyyaalessaatti gaggeessan taasiifamaa jiraachuu ibsameera.
Ambaasaaddaroota Ityoophiyaa bakka bu’uun biyyoota adda addaatti muudamaniif sagantaan gaggeessaa fi sirni kakuu Masaraa mootummaa biyyaalessaatti raawwatamaa jira.
Ambaasaaddaroonni kunneen xaalayaa muudama isaanii Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee harkaa fudhataniiru.
Saganticharratti Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee, Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniinii fi Preezdaantii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Aadde Ma’aazaa Ashannaafii dabalatee hoggantoonni mootummaa biroo argamaniiru jedhame.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.