Fana: At a Speed of Life!

Arfaasaan Lafa hektaara miiliyoona 2.3 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 46 walitti qabuuf hojjetamaa jira – Ministeera Qonnaa

Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Bara kana Qonnaa Arfaasaan Lafa hektaara miiliyoona 2.3 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 46 walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Naannoon Oromiyaa fi Ummattoota Kibbaa harka caalu misooma Arfaasaan uwwifamaa jiraachuu Ministeera Qonnaan Daayreektarri Misooma Midhaanii obbo Isaayyaas Lammaa ibsaniiru.
Hojiin Qonna Arfaasaaf Xaa’oo bara darbe gale waan fayyadamaniif hanqinni dhiyeessii callaa guddiftuu kan hin jirre ta’uus beeksisan.
Maddi:-DhPI
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.