Fana: At a Speed of Life!

Saanduqiin odeeffannoo xiyyaaraa Booying 737 Chaayinaatti kufee argamu ibsame

Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Saanduqiin odeeffannoo xiyyaaraa Booying 737 Chaayinaatti kufee argamu ibsameera.

Qabeenya Daandii qilleensa bahaa Chaayinaa kan ta’e xiyyaarri Booying 737 Kibbaa Chaayinaa bulchiinsa Goongizii Zhuuwaangitti kufee caccabuun isaa ni yaadatama.

Balichaan hojjettoonni balaallii 9 dabalatee imaltoota 123 keessaa namnii kamiyyuu lubbuun kan hafee akka hin jirree mirkanaa’eera.

Bakka xiyyaarichi kufeetti barbaacha taasifamee Saanduqiin odeeffannoo xiyyaarichaa argamu ibsameera.

Maddi:-CGTN

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.