Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ristuu Yirdaa fi Dooktar Liyaa Taaddasaan proojektoota misooma Birrii biiliyoona 1.2 hojjetamaa jiran daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaa fi Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan bulchiinsa magaalaa Arbaa Minciitti hojiiwwan bu’uuraalee misoomaa adda addaa Birrii biiliyoona 1.2 hojjetamaa jiran daawwataniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.