Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad balaa xiyyaaraa Chaayinaatti qaqqabeen gadda itti dhaga’aame ibsan

Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad balaa xiyyaaraa daandii qilleensa bahaa Chaayinaatti qaqqabeen gadda itti dhaga’aamee ibsaniiru.

MM Abiy Preezdaantii Chaayinaa Zhii Jinpiingiif balaa xiyyaaraa qaqqabeef gadda itti dhaga’aame kan ibsan.

Chaayinaatti xiyyaarri Booyiing 737-800 jedhamu namoota 132 fe’ee imalaa ture kufee namni lubbuun hafe kan hin jirre ta’uu lubbu baraartonni mirkaneeffachuu mootummaan biyyattii beeksisee turuun isaa ni yaadatama.

Suuraan Faayila

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.