Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Dirree Dawaatti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegale

Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegaleera.

Waltajjichichi mata duree ‘qormaanni keenya heddummaachuun imala badhaadhinaarraa nu dhaabuu’ jedhuun gaggeeffamaa kan jiru.

Waltajjicharrattis koree hoji raawwachiiftuu paartii badhaadhinaa fi Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagimaawwiit Mogas dabalate hoggantoonni hojii mootummaa olaanoo magaalichaa biroon akkasumas hawaasni magaalicha argamaniiru.

Kantiibaan magaalaa Dirree Dawaa jijjiirramaa biyyoolessaa babaldhisuu fi jabeessuun nageenya hunda galeessa hawaasichaa mirkaneessuun ajandaa duraa paartii badhaadhinaa ta’uu ibsaniiru.

Tashoomaa Haayiluutu gabaase

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.