Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti Paartii badhaadhinaa marii Uummataa gaggeessu eegale

Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Sadarkaa magaalaa Finfinneetti Waltajjiin murtoo fi kallattii Paartii Badhaadhinaarratti xiyyeeffate uummata waliin gaggeeffamuu eegaleera.

Waltajjicharratti itti aanaan preezdaantiin Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Farihaa fi Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen argamaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.