Fana: At a Speed of Life!

Balaa xiyyaaraa Chaayinaatti mudateen namni lubbuun hafe kan hin jirre ta’uu gabaafame

Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Guyyaa kaleessaa baha Chaayinaa naannoo Kibba Gu’aangiizitti  xiyyaarri Booyiing 737-800 jedhamu namoota 132 fe’ee imalaa ture kufee namni lubbuun hafe kan hin jirre ta’uu lubbu baraartonni mirkaneeffachuu mootummaan biyyattii beeksiseera.

Xiyyaarichi namoota 132 fe’ee balali’aa osoo jiruu naannoo gaara bosonaan uwwifame keessatti kufuun isaa ni yaadatama.

Xiyyaarichi erga kufeen booda gubachuu TRTn gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.