Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaan deeggarsa namoomaa doolaara miiliyoona 1.6 Yuukreeniif taasisuufi

Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Chaayinaan deeggarsa namoomaa doolaara Ameerikaa miiliyoona 1.6 Yuukreeniif akka taasiftuu Ministeerri Dhimma Alaa Chaayinaa ibseera.

Dubbi Himaan Ministeericha Waang Weenbiin akka ibsanitti, Chaayinaan deeggarsa namoomaa Yuukreeniif ooluu Yuwaan miiliyoona 10 ykn ammoo oolaraa Ameerikaa miiliyoona 1.6 taasisuufi jedhaniiru.

Deeggarsichi Yuukreen waraanaa keessaa jirtuun tilmaamama keessaa galchuunii jedhaniiru.

Chaayinaan lammiilee Raashiyaaa fi Yuukreen waraanaan miidhamaaniif xiyyeeffannoo ni laatti kan jedhan dubbi himichi, hawaasni idil addunyaas rakkoo namoomaa muudatee dandamachiisuuf xiyyeeffannoo olaanaa laachuu akka qabu yaadachiisaniiru.

Maddi:-CGTN

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.