Fana: At a Speed of Life!

Atleet Sanbaree Tafariin fiigicha daandirraa walakkaa Maaraatoonii Niwuu York injifatte

Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) –Atleet Sanbaree Tafariin fiigicha daandirraa walakkaa Maaraatoonii magaalaa Niwuu Yorkitti gaggeeffame injifatteerti.

Atleet Sanbareen fageenyicha sa’aatii 1:7:35 xumuruun 1ffaa yoo baatu, Atleetiin Keeniyaa Ayiriin Cheeptaay ammoo sadarkaa 2ffaan xumurteerti.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.