Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Lixa Danbiyaatti Qamadii Jallisiin misoome daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad naannoo Amaaraa aanaa Lixa Danbiyaatti Qamadii Jallisiin misoomaa jiru daawwataniiru.

Misoomni Qamadii kun abdii kan namatti horu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.

Naannoo Amaaraatti Qamadii jallisiin misoomaa jirurraa callaa kuntaalli miiliyoonni 2 ni eegama jedhame.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dabalatee Preezdaantoonni naannoo Amaaraa, Oromiyaa fi naannoo Kibbaa daawwannaa kanarratti argamaniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dhaabbilee barnootaa olaanoo fi Qonnaan Bultoota misooma Qamadii Jallisiif gumaacha taasiisan galateeffataniiru.

Minaalee Ayyanowtu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.