Fana: At a Speed of Life!

Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Yunvarsiitii Waldiyaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Yunvarsiitii Waldiyaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiiseera.

Barattoonni kunneen Fulbaana 22, 2014 eebbifamuun osoo irra jiruu sababa weerara garee ABUTtiin sirni eebba isaanii harkifamuu fi dheerachuu ibsameera.

Barattoonni guyyaa har’aa eebbifaman ramaddii mootummaa taasiiseen barnoota isaanii hafe Yunvarsiitii Dabra Maarqositti hordofuu kan xumuran ta’uu AMC gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.