Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii Shaampiyoonaa Alteetiksii addunyaa mana keessaa Beel Gireed 2022n Ityoophiyaan Warqee jalqabaa argatte

Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa mana keessaa Sarbiyaatti gaggeeffamaa jiruun Atleet Lamlam Hayiluu meetira kuma 3 Ityoophiyaaf warqee jalqabaa argamsiifteerti.
Alteet Lamlam Hayiluun fageenyicha daqiiqaa 8:41:82 xumuruu dandeesseerti.
Atleet Ijjigaayyahu Taayyeen ammoo sadarkaa 3ffaan xumuruun Ityoophiyaaf meedaaliyaa naasaa argamsiisuu ragaan Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.