Mootummaan naannoo Tigraayitti deeggarsi namoomaa akka dhiyaatu taasiisaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Mootummaan Federaalaa naannoo Tigraayitti deeggarsi namoomaa akka dhiyaatu deeggarsa barbaachisu taasiisaa jiraachuu beeksiseera.
Ministeerri Dhimma Alaa ibsa galgala kana baaseen mootummaan ummata naannoo Tigraayiif deeggarsi midhaan nyaataa fi qorichoonni barbaachisan karaa naannoo Afaariin akka seenu haala mijeessuu cinaatti guyyaa har’aa qofa konkolaattoonni deeggarsa namoomaa 20 fi konteenaroota boba’aa fe’an 3 karaa Samaraan gara Maqaleetti imaluu beeksiseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.