Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitii Finfinneetti barattoonni rakkoo nageenyaa uumuuf yaalan to’atamuu ibsame

Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitii Finfinneetti barattoonni rakkoo nageenyaa fi walitti bu’iinsa uumuuf yaalan qindoomina qaamolee nageenyaa to’atamuu Yuunvarsiitichi beeksiseera.

Nageenya yuunvarsiitichaa mirkaneessuuf qaamolee nageenyaa magaalaa Finfinnee waliin ta’uun eegumsi barbaachisaan taasifamaa jiraachuu Preezdaantiin Yuunvarsiitichaa Proofeesar Xaasawu Waldahaannaan ibsaniiru.

Yuunvarsiitichatti yeroo ammaa hojiin baruu fi barsiisuu itti fufee jiraachuu ibsuu isaanii ragaan Yuunvarsiiticharraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.