Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa ta’uun filataman

Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii jalqabaa gaggeessaa jiruun Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii paartichaa taasiisuun filateera.

Dooktar Abiy Ahimad sagalee olaanaa argachuun Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa ta’uun filatamaniiru.

Dooktar Abiy sagalee 1480 argachuun Preezdaantii paartii ta’uun filatamaniiru.

‘Wantin jala muree yaa’ii kanatti himu yoo ida’amtan Ityoophiyaan ni guddatti’ jedhan Preezdaantiin Paartii Badhadhinaa Dooktar Abiy Ahimad.

Adeemsi deeggartoota jedhu diiggamuun obbo Adam Faarahiin gara hoggansa Badhaadhinaatti kan dhufan qoodan osoo hin taane ga’umsaani.

Sadarkaa itti aanaa Preezdaantii argachuun isaanitti gammachuu guddaatu natti dhaga’ama jedhan.

Haallii fi yeroon asii fi achi osoo na hin fudhatin namuusaa fi Amanummaan akkan tajaajiluu danda’u waaqa naaf kadhadhaa jedhan.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.