Fana: At a Speed of Life!

Mariin raawwii tarsiimoo imaammataa nageenyaarratti gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti mariin raawwii tarsiimoo imaammataa nageenyaarratti hayyoota waliin gaggeeffameera.

Hayyoonni nageenyaa, federaaliziimii Yuunvarsiitiiwwan 15 irraa walitti babba’aan Ityoophiyaatti marii raawwii tarsiimoo imaammataa nageenyaarratti yuunvarsiitii Finfinneetti mari’ataniiru.

Mariichaan raawwiin imaammatichaarratti hayyoonni nageenyaa fi  waliigaltee biyyoolessaaf dhimmoota bu’uuraa ta’aan irratti beekumsaa fi muuxannoo isaanii hiraniiru.

Ministeera Nageenyaatti daayreektarri qindeessaa dhaabbata itti waamama fi tumsaa imaammataa jeneraal Shaanqoo Dassaliiny, sanada raawwii tarsiimoo imaammataa nageenyaarratti ibsa taasisaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.