Fana: At a Speed of Life!

Jilli barreessaa olaanaa Paartii ‘Piiplis Raalii Foor proogires’ Jibuutii Eeliyaas Muusaan durfamu Yaa’ii Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinnee galeera

Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Jilli barreessaa olaanaa Paartii Piiplis Raalii Foor proogiresii fi Ministira Maallaqaa Jibuutii Eeliyaas Muusaan durfamu Yaa’ii Paartii Badhaadhinaarratto hirmaachuuf Finfinnee galeera.

Eeliyaas Muusaa waliin miseensi koree hojii raawwachiiftuu fi Ministirri Alaa duraanii Alii Abdii fi miseensi koree giddu galeessaa paartichaa Ahimad Diinii Alee’oon yaa’icharri hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Jilichi wayita buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’uu Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee dabalatee hoggantoota olaanoo mootummaa biroon simannaan taasiifameefira.

Maddi:- TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.