Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Buraayyuutti sagantaan milishaaf beekkamtii laachuu fi galateeffannaa gaggeeffamaa jira

=Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC)- Magaalaa Buraayyuutti humnoota milishaa hojii dula birmadummaa biyya kabachisuu keessatti hirmaachaa turaniif sagantaan beekkamtii laachuu fi galateeffannaa gaggeeffamaa jira.

Sirni galateeffanaa fi beekkamtii kun magaalaa Buraayyu gandoota jiran hunda keessatti milishoota bobba’aanii turaniifi kan laatamuudha.

Milishaan  yeroo biyyi duula birmadummaa biyyaa kabachisuu gaggeessaa turteef hojii eegumsa  biyya keessatti hojjatameen kan magaalaa Buraayyuu haala gaariitiin shoorasaanii ba’achuu ibsameera.

Minaalee Gabayyootu gabaase

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.