Fana: At a Speed of Life!

Magaala Roobeetti Zaytiin nyaataa liitiriin kumni 60 fi sukkaarri kuntaalli 95 to’atame

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Bulchiinsaa Magaala Roobeetti Zaytiin nyaataa liitiriin kumni 60 fi sukkaarri kuntaalli 95 to’atamuu ibsame.

Meeshaaleun kunneen seeraan ala manneen kuusaa 3 keessatti dhokfamanii turuu fi sakkatta’insa koree tasgabbii gabaa magaalichaan to’atamuu eerameera.

Mootummaan qaala’insa jireenyaa tasgabbeessuuf qaamolee rakkoo uumaa jiran irratti tarkaanfii fudhachuu eegaluu fi  ummatan deeggaramee itti fufuu akka qabu ibsamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa..

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.