Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan naannolee Amaaraa fi Afaariif deeggarsa meeshaalee meetirik toonii 250 taasiste

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Mootummaan Ameerikaa gama dhaabbata USAID naannolee Amaaraa fi Afaariitti lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsa meeshaalee meetirik toonii 250 Doolaara miiliyoona 1.5 tilmaamamu taasise.

Deeggarsichi gama Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa fi Dhaabbata Baqattoota Addunyaan miidhamtootaan kan ga’u ta’uu ibsameera.

Deeggarsicha Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Tireesii Jaakoobsan Ittaanaa Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Nasiibuu Huseenitti laataniiru.

Maddi:- TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.