Fana: At a Speed of Life!

Buraayyuutti zayinni nyaata liitirri kumni 200 ol to’annaa jala oole

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti zayinni nyaata liitirri kumni 200 ol to’annaa jala ooleera.

Bulchiinsi magaalichaa qaalaa’insa gabaa to’achuuf guyyaa kaleessaa koree taaks foorsii hundeessee hojiitti galchuu ibsameera.

Akkasumas Sukkaara kuntaala 24  to’atamuu ragaan kominikeeshinii magaalichaarra argame ni muuldhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.