Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech Abeebeen guyyaa injifannoo Karramaarraa 44ffaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen guyyaa injifannoo Karramaarraa 44ffaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Abbootiin keenya garaagarummaa isaanii fi dhukkubbii dhuunfaasaanii cinaatti dhiisuun Ityoophiyaan bilisummaa fi birmadummaan ishee kabajamee akka dhaabbatuuf tokkummaan seenaa hojjetaniiru jedhan ergaa gama miidiyaa hawaasummaasaaniin dabarsaniin.

Tokkoon tokkoon keenya seenaa jarri hojjetanii darbanillee kabajuu dadhabuun gara gandaatti gadi bu’uun jibbaan machaa’uun injifannoo guddaa fi cululuqaan abboota keenyaa balleessuuf hojjechaa jirra jedhan. Kan gochuun ammoo seenaan nu gaafachiisa jedhaniiru.

Qamoleen kana raawwachaa jiran dhaabattanii itti yaaduu akka qaban ibsaniiru.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.