Fana: At a Speed of Life!

Yaa’ii 33ffaa dureewwan Gamtaa Afrikaatin daandiiwwan yeroo keessummoonni irra darban cufaa ta’an ifooman

Finfinee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Yaa’ii 33ffaa dureewwan Gamtaa Afrikaatin daandiiwwan yeroo keessummoonni irra darban cufaa ta’an ifooman.
 
Koomiishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee akka beeksisetti;
• Boolee- Galma Barkumee – Walloo Safar- Addabaaba’ii Masqalaa- Masaraa Mootummaa- marfata Gibbii Gabreel- Sharaata- Araat Kiiloo
 
• Boolee- Galma Barkumee- Walloosafar, Olompiyaa- Gaazaboo- daandii haaradhaan -bulmaat taabotaa Qiirqoos- marfata Bulgaariyaa- Gamtaa Afrikaa
 
•Ibsaa paarlaamaa- Ministeera Dhimma Alaa- Addabaabaayii- Masaraa Biyyoolessaa- Filuhaa- Tiyaatira Biyyoolessaa- Addabaaba’ii Meeksikoo- Gamtaa Afrikaa
 
• Araat Kiiloo- Sharaatan- Harraambee- Tiyaatira Biyyoolessaa- Sangaa Taraa-Waabii Shabalee -Meeksiikoo- Moonooppoolii Tamboo- Gamtaa Afrikaa
 
• Buufata Xiyyaaraa Boolee- Galma Barkumee- Walloosafar- Olompiyaa- Addbaaba’ii Masqalaa- Masaraa Biyyoolessaa- Gibbii Gabreel- Araat Kiiloo cufaa ta’u.
 
Daandiiwwan filmaataa;
 
Xoor Haaylooch Meeksiikotiif;
 
• Riqaa Kookaa- Abinnat– Taklahaaymaanoot yookin Mollaa Maaruu- Geejaa Safar- Goommaa Quuxxabaa fayyadamuu danda’u.
 
Daandilee Booleef;
 
• Atlaas – Gamoo Zarihuun – Siignaal
 
• Daandii qubeellaa- Magganaanyaa- Addabaaba’ii Diyaaspooraa-Imbaasii Ingiliiz
 
• Daandii qubeellaa- Magganaanyaa- daandii Adwaa- Awwaaree- Araat Kiiloo fayyadamuu danda’u.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.