Fana: At a Speed of Life!

Ministiroonni adda addaa boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC)- Ministiroonni adda addaa boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.

Bu’urumaa kanaan Ministirri Ministeera Nageenya obbo Binnaalf Andu’aaleem, Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagimaawwi Mogaas akkasumas Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uura Misooma Aadde Caaltuu Saanii gadda itti dhaga’amee ibsaniiru.

Aadde Caaltuu Saaniin, boqochuu Paatriyaakii 4ffaa mana amantaa Ortodooksi Ityoophiyaa yeroon dhagahu gadda natti dha’gaamee guddaadha jedhaniiru.

Uummattoota Ityoophiyaa, maatii fi firoottan isanii hundaf jajjabinan hawwaa jedhaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.