Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibse

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Yaa’iin dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibseera.

Yaa’ichi Mana Amantaa Kiristaanaa Tawaahidoo Ortodoksiif, Maatiisaaniif, hordooftoota amantichaa maraa fi Ityoophiyaanotaaf jajjabina hawweera.

Oduu walfakkaatuun Manni Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii fi Kaawunsiliin Manneen Amantaa Amantoota Wangeelaa Ityoophiyaas boqochuu Abune Marqooreewoositti gaddi dhaga’amuu ibsaniiru.

Manni Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaas boqochuu Abunee Maateewoos ilaalchisuun gadda itti dhaga’ame ibsuun hordoftoota amantichaaf jajjabina hawwuu ibseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.