Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad boqachuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad boqachuu Paatiriyaarikii mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaa Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.

Waantoonni hundi gaarii akka ta’u Biyyaaf kadhannaa taasiisaa turuu eeruun, yeroo kanatti isaan dhabuun miidhaa guddaa ta’uu ibsaniiru.

Qulqulluu Abunee Marqooreewoos Siinoodoosoonni lamaan tokko akka ta’an shoora olaa qabaachuu isaanii ibsaniiru.

Hunda keenyaaf jajjabinan hawwa jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.