Fana: At a Speed of Life!

Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Indaastirii lammiilee kuma 33 oliif carraa hojii uumuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Indaastirii lammiilee kuma 33 oliif carraa hojii uumuu beeksiise.

Korporeeshinichi baatiwwan jahaan darban oomishaalee Doolaara miiliyoona 104 baasan gabaa alaaf dhiyeesuu fi Sharafa Alaa Doolaara miiliyoona baraaruu danda’uu ibseera.

Gamaaggama raawwii hojii baatiwwan darbanii Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Indaastirii gaggeesseerratti Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee dabalatesn hoggantoonni Paarkichaa fi dhaabbilee misoomaa argamuu ragaan Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Indaastiriirraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.