Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa boru irraa eegalee yaa’ii idileesaa kan gaggeessu ta’uu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa guyyaa boruu irraa eegalee yaa’ii idilee 50ffaa  waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa kan gaggeessu ta’uu ibsame.

Afyaa’iin mana marechaa aadde Fatiyaa Adan yaa’icha ilaalchisuun ibsa kennaniin manni marichaa turtiisaa guyyoota lamaan gabaasa raawwii baatiiwwan 6 darbanii qaamolee raawwachiistuurratti mari’achuun kan raggaasisu ta’uu ibsaniiru.

Muudama garaagaraas kan raggaasisu ta’uu kaasaniiru.

Manni marechaa gaffilee bulchiinsa gaarii uummatarraa ka’an deebisuuf hundeeffamasaarraa kaasee hojiilee garaagaraa hojjechaa turuu kaasaniiru.

Tashoomaa Hayiluutu gabaase.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.