Fana: At a Speed of Life!

Imbaasiiwwan biyyoota garaagaraa Ayyaana Adwaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Imbaasiiwwan biyyoota garaagaraa Ityoophiyaa keessatti argaman Ayyaana Adwaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Ityoophiyaatti Imbaasiin Raashiyaa Uummata Ityoophiyaa fi Mootummaan baga guyyaa kabaja yaadannoo Ayyaana Adwaa 126ffaa geessan jechuun ergaa dabarseera.

Injifannichi birmadummaa Ityoophiyaa kan cimsee fi imaammata keessaa fi alaaf hin injifatamummaa ishee kan agarsiise ta’uu Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Raashiyaa Tarkhiin ibsaniiru.

Injifanichi hundeeffamuu hariiroo Ityoophiyaa fi Raashiyaa keessatti boqonnaa guddaa ta’uu ibsaniiru.

Ityoophiyaatti Imbaasiin Ameerikaa gamasaan uummata Ityoophiyaa maraan baga geessanii dabarseera.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.