Fana: At a Speed of Life!

Walga’iin koree giddu galeessaa Paartii Badhaadhinaa xumurame

Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Walga’ii Koree Giddu galeessaa gaggeessaa ture xumuruu beeksiise.

Korichi dhimmoota murteessoo biyyaalessaa fi hojiilee Paartichaa raawwatamanirratti mari’achuun kallatti gara fuulduraa kaa’uu ragaan Waajjira Muummee Paartii Badhaadhinaarraa argame ni muul’isan

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.