Fana: At a Speed of Life!

Badhaasni Odaa Award marsaa 5ffaan Gurraandhala 29 ni laatama

Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Badhaasni Odaa marsaa 5ffaan Gurraandhala 29, 2014 Hoteela Sharaatan Addiisitti sirna ho’aan ta’een ni kennama jedhameera.

Sagaanta kanaanis damee Muuziqa,Fiilmii fi Kitaabaan dorgoomtoonni 60 dhihaatan keessaa kanneen mo’atan ni badhaafamu.

Ogeeyyonni aartii buleeyyii ta’anis waltajjicharattii hojii isanii akka dhiheessaan ibsameera.

Kan bara kan adda taasisuus artistoonni afoota Affaarii fi Sidaamaan sirbanis ta’e kilippi hojjetan dorgommiin ni badhafamu jechuun ibsa miidiyaaf kan kennite hojii gaggeesitu Dhaabbata Maltiimidiyaa Bashaatuu Tolamaariyaamidha.

Ifaa Dalasaatu gabaase

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.