Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee Ambaasaaddara Raashiyaa Ivinii Tarkiyaan waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee  Ambaasaaddara Raashiyaa Ivinii Tarkiyaan waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin dhimmoota teeknooloojii ismaart siitii fi geejjibaarratti mar’ataniiru.

Akkasumas hariiroo fi tumsa biyyoota lamaanii cimsuuf waliigalteerra ga’uusaanii ragaan waajjira kantiibaa magaalaa Finfinneera argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.