Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Ariifachiisaa 3ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Ariifachiisaa 3ffaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti gaggeessaa jira.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Walga’ii Ariifachiisaa 3ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa gaggeeffamaa jirurratti gaaffii miseensota mana marichaarraa ka’aniif deebii laachuuf argamaniiru.
Miseensonni Marichaa dhimmoota nageenyaa,Qaala’iinsa jireenyaa, siyaasaa, hariiroo dippiloomaasii fi hawaasummaarratti gaaffii dhiyeessaa jiru.
Miseensonni kunneen injifannoo gurguddoo hoggansa Muummee Ministiraa DFRI Abiy Ahimadiin galmaa’ee dinqisiifataniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.