Fana: At a Speed of Life!

Ejansiin Nageenya Odeeffannoo moggasa maqaa isaa ‘Ejansiirraa’ gara ‘bulchiinsaatti’ jijjiiruu beeksise

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Ejansiin Nageenya Odeeffannoo moggasa maqaa isaa ‘Ejansiirraa’ gara ‘bulchiinsaatti’ jijjiiruu beeksiseera.

Dhaabbatichi kana dura bu’uura labsii lakkoofsa 808/2006tiin Ejansiin Nageenya Odeeffannoo jedhame waamama turuun isaa  ni yaadatama.

Yaa ta’u malee Mootummaa Federaalaatti aangoo fi hojii qaamolee raawwachiftootaa murteessuu bu’uura labsii lakkoofsa 1263/2014 keeyyata 78(3) moggasaa maqaa isaa gara Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo (Information Network Security Administration (INSA)tti jijjiiruu ragaan bulchiinsicharra argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.