Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu magaalaa Jigjigaa gale

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddamoon durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.

Jilichi buufata Xiyyaaraa Jigjigaa wayita gahu Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Muusxafee Mahaammad dabalatee hoggantoota olaanoon simannaan taasifameeraafi.

Preezdaantonni naannolee lameenii dhimmoota gam-lamee fi hariiroo uummataarratti ni mari’atu jedhameetu eegama.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.