Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Gamtaa Awurooppaa fi Gamtaa Afrikaa hariiroo hunda galeessa biyyoota lamaanii cimsuuf shooraa olaanaa qaba-MM Abiy

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira Abiy Ahimad Yaa’iin Gamtaa Awurooppaa fi Gamtaa Afrikaa hojiiwwan tumsaa, hariiroo naannawaa fi haala waqtaawaa biyyoota lamaan gidduu jiru cimsuu fi jijjiirramaa waaraa fiduuf galtee akka ta’uu abdiin qaba jedhaniiru.

Raawwii isaaf ammoo Ityoophiyaan biyya hundeessituu Gamtaa Afrikaa ta’uusheen shooraashee ni ba’aatti jedhaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.