Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa deeggarsa dabalataa Birrii biiliyoona 2 Ityoophiyaaf taasisuu ibse
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa “USAID” deeggarsa dabalataa Birrii biiliyoona 2 Ityoophiyaaf taasisuu ibseera.
Deeggarsichi lammiilee hongeen naannolee Oromiyaa, Somaalee, Amaaraa fi Uummattoota Kibbaatti miidhamaniif kan oolu ta’uu ragaan dhaabbaticharraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.