Fana: At a Speed of Life!

Proojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu fi saaniteeshiniirratti rakkoolee muudatan furuuf mariin gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)-Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Proojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu  fi saaniteeshiiniirratti waldaa dhaabbilee ijaarsa waliin rakkoolee muudatan furuuf mariin gaggeesseera.

Ministeerichi qaala’insa jireenya, bishaan addaan cicituu, kaffaltii geejjiba doonii olaanaa ta’uusaan, adeemsa eeyyamaa qaraxaarra bilisaa akkasumas hanqina simmintoo waliin walqabsiisee dhaabbilee ilaallatuu waliin hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inaarjii Dooktar Injiinaar Habtaamuu Ittafaa himaniiru.

Keessayu dhiyeessi simmintoon walqabsiisee Ministeera Albuudaa waliin hojiin eegalamee dhiyootti bu’aa gaarii argamsiisaa jechuusaanii ragaan ministeericharra argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.