Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Abarraa Warquun durfamu aanaa Saqqaa Coqorsaatti Muuzii kilaasteraan dhaabbatee fi xaa’oo Uumamaa qophaa’aa jiru daawwate

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Jilli hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Abarraa Warquun durfamu Godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaa Muuzii kilaasteraan dhaabbatee fi xaa’oo Uumamaa qophaa’aa jiru daawwateera.
Dawwannaa kanarraatti hoggantoonni olaanoon naannoo fi godinaa argamuun qonnaan bultoota jajjabeessuu ragaan Waajjiara Qonnaa Godina Jimmaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.