Fana: At a Speed of Life!

Priimiyar liigii Ityoophiyaatin Faasiilii fi Sabbataan milkaa’aniiru

Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Priimiyar liigii Ityoophiyaatin Faasiilii fi Sabbataan milkaa’aniiru.
 
Faasiil, Yuunvarsiitii Walwaaloo Addigiraat waliin taphatee 1f 0dhaan injifateera.
 
Magaalaan Sabbataa ammoo Hoossaa’inaa waliin taphachuudhan, 2f 1n injifateera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.