Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannoo Beenishaanguul Gumuzitti ijaarsa Mana Barumsaa Bultii Addaa Baaroo jalqabsiise

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannoo Beenishaanguul Gumuzitti ijaarsa Mana Barumsaa Bultii addaa Baaroo jalqabsiiseera.
Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi kan Beenishaanguul Gumuz obbo Ashaadilii Hasan ijaarsa Mana barumsichaaf jalqabsiisaniiru jedhame.
Manni Barumsaa kun baajata mootummaa naannoo Oromiyaa Birrii miiliyoona 79 kan ijaarramu ta’uu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii naannoo Beenishaanguul Gumuzirraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.