Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Shimalliis Abdiisaan magaalaa Asoosaa galaan

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaan naannoo Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaa galaniiru.

Preezdaantichi Buufata Xiyyaaraa Asoosaa wayita ga’aan preezdaantiin naannichaa obbo Ashaadilii Hasan dabalate hoggantoonni hojii mootummaa olaanoo biroon argamaniiru.

Preezdaantichi turtii isaaniin hojiiwwan misoomaa fi nageenya naannolee Oromiyaa fi Beenishaanguul cimsuuf haaloota dandeessisaan irratti ni mari’atuun eegama.

Dabalatanis mootummaan naannoo Oromiyaa naannoo Beenishaanguul Gumuuziitti mana barnoota ijaarsisuuf dhagaa bu’uraa akka ka’aan ragaan kominikeeshinii naannoo Beenishaanuul Gumuuz irra argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.