Fana: At a Speed of Life!

Jilli Preezdaant Saahilawarqiin durfamu Samaraa gale

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee, Itti aantuu Barreessituu olaantuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Preezdaantii duraanii Naayijeeriyaa Ooliiseengoo Oobaasaanjoo of keessatti hammate Afaar Magaalaa Samaraa galeera.

Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Sulxaan Aliimiiraahii Hanfarii ga’u Preezdaantii naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaa dabalatee hoggantoota olaanoo naannichaa biroon simatameera.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.