Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdee fi Ittaantuun Barreessaa DhMG Amiinaa Mahaammad Lammiilee buqqa’an daawwatan

Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdee fi Ittaantuun Barreessaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii  Amiinaa Mahaammad naannoo Somaaleetti hongee mudateen lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqa’anii aanaa Qabrii Bayaahi jiran daawwatan.

Daawwanicharratti preezdaantii naannichaa dabalatee hoggantoonni olaanoon naannichaa argamaniiru.

Preezdaant Saahilawarq buqqaatota jajjabeessaniiru.

Maddi:- TOI

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.