Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministira Abiy Ahimad gita isaanii Noorweey waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 30, 2014  (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministira Noorweey Joonaas Gaahirsitoor waliin hariiroo biyyoota lamaanii fi dhimmoota garagaraarratti bilbilaan mari’ataniiru.

MM Abiy Ahimad fuula Twiitara isaaniin akka ibsanitti Ityoophiyaan hariiroo baroota dheeraa Noorweey waliin qabnu ni hubatti jedhaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.