Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Preezdaantii Burundii waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Burundii  Eevaariistee Daayishiimiiyee waliin mari’atan.

Marisaaniitiin haala hariiroo fi deeggarsa biyyoota lameenii cimsuun danda’amurratti mari’achuu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.