Fana: At a Speed of Life!

Hirmaattoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf sagantaan affeerraa Irbaataa Paarkii Michummaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Yaa’ii Hogganta Gamtaa Afrikaa sababeeffachuun hirmaattoota yaa’ichaaf sagantaan affeerraa Irbaataa Paarkii Michummaatti gaggeeffamaa jira.

Saganticharratti hoggantoonni biyyoota Afrikaa fi jilli miseensota isaanii, akkasumas hoggantoonni olaanoo fi keessummoonni waamichi taasiifameefira.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.