Fana: At a Speed of Life!

Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Galaanitti Mana Maxxansaa Meelbaa daawwate

Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Galaanitti Mana Maxxansaa Meelbaa daawwateera.

Manni Maxxansichaa baajata Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona dhibba 4 ijaaramee hojii eegaluu ibsameera.

Manni Maxxansichaa rakkoo biyyattiin baasii mana maxxansaa sadarkaa isaa eeggate dhabuun biyya alaatti baasaa turte furuu cinatti yeroo ammaa kana namoota 500 oliif carraa hojii uumuu eerameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.